Skip to main content

Jawar Mohammed

Jawar ilma sabaati. Namni Jawar tuqu, nama qabsoo sabaa duubatti deebisuu barbaadu qofa.

Jaarraa Abbaa Gadaa

Jaarraa Abbaa Gadaa: gaafa nama sadi fi meeshaa boodatti hafaa qabatee mootumma dargii waraanuuf gaara Gobeellee seenu, mootummaa xiyyaara, taankii, humna ga'aa, leenjii ga'aa, logistic adda addaa fi meeshaa ammayyaa'aa qabu injifatee bilisummaa barbaadu sana uummata isaatif innumti fiduuf osoo hin taane, dhaloonni isa duubaan dhufu 'Jaarraa Abbaa Gadaa maalif bosona gobeellee keessa taa'e?' jedhee akka gaaffii ofgaafatee, qabsoon ani jalqabeef deebii argatu jedheeti.

Comments

Popular posts from this blog

Harargee

Dhimmi jimaa Harargee guyyaa 5 keessatti fala ni'argata jedhamee turullee, haga har'aatti osoo fala hin argatin guyyoonni 10 caalaan darbee jira. Falmattu malee deebiin siif laatamu akka hin jirre hubadhaa!

Jawar Mohammed

Jawar ilma sabaati. Namni Jawar tuqu, nama qabsoo sabaa duubatti deebisuu barbaadu qofa.

Peace