Jawar ilma sabaati. Namni Jawar tuqu, nama qabsoo sabaa duubatti deebisuu barbaadu qofa.
Gobeelle jechuun:Laga qallaa Godina Harargee Bahaa Aanaalee Gurawa, Fadis, Haramaayaa, Kurfaa Callee fi Qarsaa kanneen jedhaman 5nan daangeessee gidduu qaxxaamuru yoo ta'u, Laga seenaa guddaa qabuudha. Laga Sooressi Jaarraa Abbaa Gadaa qabsoo itti jalqabeedha. Laga kana keessaa iddoon 'Dhagaa Gaachanaa' jedhamu galma teessuma qabsaa'ota Oromoo kanaa ture.
Comments
Post a Comment