Skip to main content

Posts

Jawar Mohammed

Jawar ilma sabaati. Namni Jawar tuqu, nama qabsoo sabaa duubatti deebisuu barbaadu qofa.

Halluu Abbaa Gadaa

Halluun Abbaa Gadaa Uumama Waaqaa irraa waan fudhatame fakkaata. Bareedina Mallattoo Oromooti.

Uffata Aadaa

Uffata Aadaa Oromoo

Peace

Odaa

Oromoo Addi isaa Odaa❤️

Gobeelle.

Gobeelle jechuun:Laga qallaa Godina Harargee Bahaa Aanaalee Gurawa, Fadis, Haramaayaa, Kurfaa Callee fi Qarsaa kanneen jedhaman 5nan daangeessee gidduu qaxxaamuru yoo ta'u, Laga seenaa guddaa qabuudha. Laga Sooressi Jaarraa Abbaa Gadaa qabsoo itti jalqabeedha. Laga kana keessaa iddoon 'Dhagaa Gaachanaa' jedhamu galma teessuma qabsaa'ota Oromoo kanaa ture.

Harargee

Dhimmi jimaa Harargee guyyaa 5 keessatti fala ni'argata jedhamee turullee, haga har'aatti osoo fala hin argatin guyyoonni 10 caalaan darbee jira. Falmattu malee deebiin siif laatamu akka hin jirre hubadhaa!

Mammaaksa

Mammaaksa yeroon itti darbe:Gara laafettiin obboleessaf olfoofti kan jedhu keessaa isa tokkoodha. Intalti hagamuu garaa laaffattu obboleessaaf olfaa'uu hin dandeessu. Oromoon gara-laafessummaa akkasii qabaachuu hin danda'u.