Skip to main content

Posts

Jawar Mohammed

Jawar ilma sabaati. Namni Jawar tuqu, nama qabsoo sabaa duubatti deebisuu barbaadu qofa.

Mammaaksa

Mammaaksa yeroon itti darbe:Gara laafettiin obboleessaf olfoofti kan jedhu keessaa isa tokkoodha. Intalti hagamuu garaa laaffattu obboleessaaf olfaa'uu hin dandeessu. Oromoon gara-laafessummaa akkasii qabaachuu hin danda'u.

Oromoo

Oromoo

Oromoo:Waa'ee keenya tokko tokko yoon ilaalan hedduu nama ajaa'iba. Oromoon akkamitti nama akka Hacaaluu Hundeessaa akka ajjeefamuuf dhaadachaa ture amma video Yoni Manya oliif gadi ooftanii nama kana dinqisiifattan?